Waldichi Lammiilee buqqa’an deebisanii dhaabuuf waamicha deeggarsa namoomaa dhiyeesse
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Waldaan Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa lammiilee sababoota garaagaraan qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf galii deeggarsa namoomaa…