Miseensonni garee shororkeessaa ABUT haalaan barbaaddamaa turan Jiibuutiitti to’atamuun…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) - Miseensonni garee shororkeessaa ABUT haalaan barbaaddamaa turan Jiibuutiitti to'atamuun har'a Finfinnee galuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise.…