Qaamoleen naannoo Tigraayitti deeggrsi namoomaa dhiyaachaa hin jiru jechaa jiran bu’aa siyaasaa…
Finfinnee ,Amajjii 13, 2013 (FBC ) - Qaamoleen naannoo Tigraayitti deeggrsi namoomaa dhiyaachaa hin jiru jechaa jiran bu’aa siyaasaa argachuuf ta’uu bulchaa olaanaan bulchiinsa yeroo…