Oduu biyya keessaa Manni maree bakka bu’oota ummataa yaa’ii idilee boru gaggeessa Obse Wakgari May 5, 2021 0 Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Manni maree bakka bu'oota ummataa bara hojii waggaa 6ffaa yaa'ii idilee 13ffaa guyyaa boru gaggeessa. Manni marichaa ABUT fi Shaneen…
Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti giddugalli omishaafi raabsaa oksijina eebbifame Obse Wakgari May 5, 2021 0 Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Naannoo Somaaleetti giddugalli omishaafi raabsaa oksijiina yaala fayyaa eebbifame. Giddugalichi magaalaa Jigjiigaatti pireezidaantii itti anaa…
Idil Addunyaa Harrii Maalaawii gara bifa magariisaati jijjiiramaa jira Obse Wakgari May 5, 2021 0 Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Lammiileen Maalaawii bifa jijjiirachu hara Maalaawii yaaddo itti ta’eera. Muummeen misooma qurxummii biyyatti haalichi yaaddessaa waan ta'ef…
Oduu biyya keessaa Marii hawaasaa waltaiinsaan geggeessuuf waliigalteen mallatteeffame Obse Wakgari May 5, 2021 0 Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Ministeerri Nageenyaa naannolee fi bulchiinsa magaalotaa waliin marii hawaasaa waltaiinsaan geggeessuuf waliigaltee mallatteessee jira.…
Oduu biyya keessaa Pirezidaant Saahilawarq guyyaa gootota Itoophiyaaf ergaa baga geessanii dabarsan Obse Wakgari May 5, 2021 0 Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawudee guyyaa gootota Itoophiyaa 80ffaa sababeefafchuun ergaa baga geessanii dabarsan. Gootonni duri biyyi…
Oduu biyya keessaa Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa Moosaajii bulchinsa ragaa qabeenya namaa hojiirra olchuufi Obse Wakgari May 5, 2021 0 Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) Manni murtii waliigalaa Oromiyaa moosaajii qabiinsa ragaa qabeenya namaa hojjaachiisaa ture xumursiisuun hojiirra oolchuufi. Moosaajii qabiinsa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa goototaaf tajaajila yaala bilisaa akka argatan murteesse Obse Wakgari May 5, 2021 0 Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) -Bulchiinsi magaalaa Finfinnee goototaaf tajaajila yaala fayyaa bilisaa akka argatan murteesse. Dhabbilee fayyaa bulchiinsa magaalicha jalati…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 541 vaayrasii koroonaan qabaman Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 541 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 15 darbeera. Sa’aatii 24…
Oduu biyya keessaa Naannoo Hararitti hidha guddichaaf birrii miliyoona 3.7 walitti qabame Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC) -Aanaalee naannichaa keessatti naanna’a kan ture waancaan hidha guddichaa guyyaa har’a aanaa Abokar yeroo gahu simannaan taasifameera. Hanga…
Oduu biyya keessaa Galmeen filattootaa haala gaariirra jira-Dooktar Abiy Ahimad Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gamaaggamni qophii filannoo duraa preezdaantoota naannolee fi Boordii Filannoo waliin torbanitti gaggeeffamuu…