Landanitti xiyyaarri xiqqaan kufee lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Balaa xiyyaaraa Landan dhiyeenya buufata xiyyaaraa Sawuz Iinditti qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe.
Xiyyaarri xiqqaan “Biichikiraafti B200 Suuppar…