Idil Addunyaa Preezdaant Imaanu’eel Makiroon covid-19 qabaman Wabi Fufa Dec 17, 2020 0 Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Preezdantiin Faransaay Imaanu'eel Makiroon vaayrasii koroonaatin qabamaniiru. Preezdantiin Faraansaay Imaanu'eel Makiroon erga mallattoo…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Dhaabbata mootummoota Gamtoomanitti bakka buutuu Ityoophiyaa Fandii Sirna… Wabi Fufa Dec 17, 2020 0 Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Obbo Dammaqaa Mokonnin Dhaabbata mootummoota Gamtoomanitti bakka buutuu Ityoophiyaa Fandii Sirna Ummataa Deeniyaa Gaaylee waliin Mari’atan Itti Aanaa…
Oduu biyya keessaa Komishiniin waloo Ityoo Raashiyaa waliigalteewwan biyyoonni lameen irra ga’an sadarkaa irra jiru… Obse Wakgari Dec 17, 2020 0 Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)-Mootummaan Ityoophiyaa fi Raashiyaa komishinii waloo waligalteewwan biyyoonni lameen irra ga’an sadarkaan irra jiru gamaggameera. Hoggantoonni Komishiiniin…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti Wiixataa eegalee barattoonni qophii duraa fi kutaa 1ffaa hanga 4ffaa jiran barnoota… Wabi Fufa Dec 17, 2020 0 Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Wiixataa dhufurraa eegalee barattoonni qophii duraa fi kutaa 1ffaa hanga 4ffaa jiran barnoota fuulaa fuullatti ni eegalu.…
Oduu biyya keessaa Duulli aramaa Inboccii dhabamsiisuu madda aanniisaa Haroo Dambalii fi Qooqaa eegale Obse Wakgari Dec 17, 2020 0 Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)- Duulli aramaa Inboccii dhabamsiisuu madda aaniisaa Haroo Dambalii fi Qooqaa guyyoota 30f turu har’a eegaluu ibsameera. Duulli kun har’a ganama naannoo…
Oduu biyya keessaa Obbo Malaakuu Allabal ambaasaaddara Jarmaan waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 17, 2020 0 Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Daldalaa fi Indaastirii obbo Malaakuu Allabal Ityoophiyaatti ambaasaaddaraa Jarmaan Isteefan Awaar waliin mari’ataniiru. Dameen…
Oduu biyya keessaa Obbo Jawaar Mahaammadfaa dhaddachi dhiyeenyatti dhimma keenya nuuf haa ilaalu jechuun gaaffi… Wabi Fufa Dec 17, 2020 0 Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Obbo Jawaar Mahaammadfaa dhaddachi dhiyeenyatti dhimma keenya nuuf haa ilaalu jechuun gaaffi dhiyeessan kufaa ta’e. Manni Murtii Federaalaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Maqalee barattoota barsiisaa ture 3291 eebbisiise Wabi Fufa Dec 17, 2020 0 Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) - Yuunivarsiitiin Maqalee barattoota barsiisaa ture 3291 eebbisiise. Yuunivarsiitiin Maqalee barattoota barsiisaa ture 3290 digirii Jalqabaan Barataa…
Idil Addunyaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa /WHO/n vaayrasichi Chaayinaa Wuhaanitti akkamitti akka eegale qorachuufi Wabi Fufa Dec 17, 2020 0 Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) - Saayintistoonni idil-addunyaa 10 Covid19 maalirraa akka ka’e qorachuuf gara magaalaa Chaayinaa Wuhaanitti ji’a dhufu imaluuf akka jiran Dhaabbanni Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Mana Barumsaa Adda Yuunivarsiitii Haramaayaa saffisaa jira Wabi Fufa Dec 17, 2020 0 Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) - Ijaarsi Mana Barumsaa Adda Yuunivarsiitii Haramaayaa saffisaa jira. Akka Oromiyaatti Manneen barnootaa Addaa 40 qopha'aa jiran keessaa 14…