Magaalaa Beddelleetti Bunni Kuntaalli 932 Seeraan Alaa Mana nama dhuunfaa keessatti kuufamee ture…
Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Beddelleetti Bunni Kuntaalli 932 Seeraan Alaa Mana jireenyaa nama dhuunfaa keessatti kuufamee ture to’atamuu Waajjirri…