Preezdaant Faarmaajoon hariiroo Ityoophiyaa fi Soomaaliyaa cimsuuf akka hojjetan ibsan
Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Soomaaliyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Abdulfattaa Abdullaayii xalayaa muudamaa isaanii preezdaantii Soomaaliyaa Mahaammad Faarmaajoof dhiyeessaniiru.…