Abbaan qabeenyaa Riil Isteetii Muularii fi Birgaadeer jeneraal Abrahaam mana murtiitti dhiyaatan
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Abbaan qabeenyaa Riil Isteetii Muular obbo Muluugeetaa Tasfaakiroos fi Birgaadeer jeneraal Abrahaam Mawucaan har’a Mana Murtiitti dhiyaataniiru.…