Gabaan Oomisha Ityoophiyaa dameesaa 24ffaa Miizaan Amaanitti bane
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)- Gabaan Oomisha Ityoophiyaa dameesaa 24ffaa Miizaan Amaanitti baneera.
Damicha sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti hogganaan Biiroo qonnaa saba fi…