Yaa’iin idilee Waldaa Dubartootaa magaalaa Finfinnee 7ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Fayyadamummaa fi hirmaannaa dubartootaa gama hundaan mirkaneessuuf tokkummaan dubrtootaa cimuu akka qabu itti aantuun kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde…