Talaallii Covid -19 marsaa 2ffaa eegaluuf qophiin taasiifamaa jira – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) - Sagantaa talaallii Covid -19 marsaa 2ffaa eegaluuf qophiin taasiifamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksiise.
Abbaa Taayitaa To’annoo Nyaataa fi…