Midhaan gargaarsaa yeroof oolan kuntaalli kumni 12 Maqalee gala jira jedhame
Finfinnee, Muddee 1, 2013(FBC)- Midhaan gargaarsaa yeroof oolan kuntaalli kumni 12 magaalaa Maqalee gala jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Biyyooleessaa beeksiseera.…