Naannoon Oromiyaa nageenya ummata haqaan mirkaneessuuf konkolaataa paatrooli 650 kenne
Finfinnee, Fulbaana 3, 2013 (FBC) – Mootummaa naannoo Oromiyaa nageenya ummata haqaan mirkaneessuuf konkolaataa paatirooli 650 kenneera.
Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…