Oduu biyya keessaa Hojiin Lammiilee Saa’ud Arabiyaa jiran gara biyyaa deebisuu eegalame Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Hojiin Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaa jiran gara biyyaa deebisuu har’a balallii 6 eegalamuu Riyaaditti Imbaasiin Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Bulee Horaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Bulee Horaa barattoota ogummaa garaagaraatiin barsiisaa ture eebbisiiseera. Barattoota ogummaa garaagaraan digrii jalqabaa fi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Akkaadaamii hoggansa Afrikaa eebbisiisan Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Akkaadaamii Hoggansa Aafrikaa eebbisiisaniru. Akkaadaamiin Hayyoota Hoggansa Afrikaa iddoo…
Oduu biyya keessaa Paartileen siyaasaa iyyannoo qaban guyyoota 2 keessaatti dhiyeeffachuu akka qaban boordiin filannoo… Sifen Megersa Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) – Paartileen siyaasaa iyyaannoo qaban ulaagaa barbaachisu guutuun guyyoota 2 keessaatti dhiyeeffachuu akka qaban Boordiin Filannoo Biyyaalessaa…
Ispoortii Seerri kubbaa miilaa Awurooppaa galchii dirreen ala lakkoofsisuu jedhu jijjiirrame Sifen Megersa Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Seerri kubbaa miilaa Awurooppaa galchii dirreen ala lakkoofsisuu jedhu jijjiirramuu ibsame. Dorgommii kubbaa miilaa kilaboota Awurooppaa keessatti…
Oduu biyya keessaa Aasxaan Kominishinii Poolisii Oromiyaa jijjiirramuu ibsame Sifen Megersa Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Komishiniin Poolisii Oromiyaa Aasxaa jijjiiruu beeksiise. Hogganaan Itti Aaan Damee Bulchiinsa Humna Namaa Komishinii Poolisii Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Manni Murtichaa gamoowwan qabeenya miseensota garee ABUT qaama walabaan akka bulu murteesse Sifen Megersa Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Manni Murtii Federaalaa Gamoowwan qabeenya miseensota garee ABUT qaama walabaan akka bulu murtee dabarse. Manni Murtii Federaala…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa Ityoophiyaa buufata laamuutti akka fayyadaman waamichi dhiyaate Sifen Megersa Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Abbootiin qabeenyaa Ityoophiyaa buufata laamuutti akka fayyadaman waamichi dhiyaateera. Itti gaafatamaan Abbaa Taayitaa Buufataalee…
Oduu biyya keessaa Adeemsa ce’umsa diimookiraasii Ityoophiyaan taasisaa jirtu kan deeggaran ta’uu Imbaasiiwwan ibsan Sifen Megersa Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Adeemsa ce’umsa diimookiraasii Ityoophiyaan taasisaa jirtu kan deeggaran ta’uu Imbaasiiwwan teessoo isaanii Finfinnee taasiifatan ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Afaar boru Yaa’ii Ariifachiisaa gaggeessuu ni eegala jedhame Sifen Megersa Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Manni Maree naannoo Afaar boru Yaa’ii Ariifachiisaa 3ffaa magaalaa Samaraatti gaggeessuu kan eegalu ta’uu ibsameera. Manni Marichaa Yaa’ii…