Baatiwwan arfan darbanitti carraa hojii uumuu baadiyyaatiin lammiileen kumni dhibba 2 ol fayyadamoo…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC)- Baatiwwan arfan darbanitti carraa hojii uumuu baadiyyaatiin lammiilee kuma dhibba 2 fi kuma 70 fi 320 fayyadamoo taasisuun danda’amuu ibsameera.…