Komishinichi naannoo Oromiyaatti filannoon haala gaariin gaggeeffamaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Komiishiniin Poolisii Oromiyaa naannoo Oromiyaatti filannoon haala gaariin gaggeeffamaa jiraachuu ibseera.
Koomishinichi filannoon biyyaalessaa marsaa…