Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitaa Broodkaastiingi Ityoophiyaa maqaa isaa jijjiirrate Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Broodkaastiingi Ityoophiyaa maqaa isaa gara Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa jedhutti jijjiirrate. Maqaan haaraan…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kaardii filannoo fudhachuun mirga diimookiraasii isaanii fayyadamuu qabu – Waajjira… Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Lammiileen kaardii filannoo fudhachuun mirga diimookiraasii isaanii fayyadamuu akka qaban Waajjirri Muummee Ministiraa ibseera. Filannoo…
Oduu biyya keessaa Aanaa Liibaan Jaawwiitti balaa konkolaataa qaqqabeen miidhaan namaa fi qabeenyarra ga’e Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Liiban Jaawwitti balaa Tiraafikaa dhaqqabeen lubbuun nama 1 yoo darbu nama 1 irra ammoo miidhaan qaamaa cimaan ga’uu…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Dhaabbata Oomisha Warqee Kumiruuk eegale Wabi Fufa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti kan argamu Ijaarsi Dhaabbata Oomisha Warqee Kumiruuk eegalu ibsame. Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Nabiil Maahdi Itti Aanaa Preezdaanti Sudaan Kibbaa Riik Maachaar waliin mari’atan Wabi Fufa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Nabiil Maahdi Itti Aanaa Preezdaanti Sudaan Kibbaa Riik Maachaar waliin mari’atan.…
Fayyaa Ameerikaan damee fayyaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 20 taasiifte Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Ameerikaan miidhaa Covid -19 qaqqabsiisu dandamachiisuu fi sirna eeggumsa fayyaaf Ityoophiyaaf kan oolu Doolaara miiliyoona 20 deeggaarsa taasiisuu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Raashiyaan waliigaltee humna niwukilaaraa mallatteessaan Wabi Fufa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Raashiyaan waliigaltee humna niwukilaaraa mallatteessaaniiru. Waliigalticha Ministeerri Innooveshinii fi Teeknooloojii Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy jila Preezdaantii Zimbaabuwee simatan Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Preezdaantii Zimbaabuwee Emarsan Minaangaagwaan simachuun dubbisaniiru. Jilichi kallattii…
Oduu biyya keessaa Dhimma Hidha Haaromsaa gara siyaasaa idil addunyaatti fiduun qaama kamiifuu bu’aa hin fidu –… Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Dhimma Hidha Haaromsaa gara siyaasaa idil addunyaatti fiduun qaama kamiifuu bu’aa barbaaddamu kan hin qabne ta’uu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi…
Oduu biyya keessaa Gaazexxeessaan Tigiraay Miidiyaa hawusii fi Ityoophiaatti bakka bu’aa fi qopheessaan olaanaa Ayigaa… Wabi Fufa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Gaazexxeessaan Tigiraay Miidiyaa hawusii fi Ityoophiaatti bakka bu’aa fi qopheessaan olaanaa Ayigaa Fooram too’annoo jala oolu Raayyaa Ittisaa Biyyaa…