Jiraattoonni magaalaa Dodolaa fi aanaa Dodolaal raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Arsii lixaa magaalaa Dodolaa fi aanaa Dodolaal raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa korma 25 hooloota 100 fi Qamadii kuntaala 100…