Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dhukkubsattoota hospitaala mootummatti kalee dhiqsifataniif baasii…
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee bara haaraa 2013 sababeeffachuun dhukkubsattoota hospitaala mootummatti kalee dhiqsifataniif baasii waggaa 1 uwwisuuf waadaa…