Ityoophiyaan hariiroon Ameerikaa waliin qabdu akka boora’u hin feetu – Ministeera Dhimma Alaa
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan hariiroon Ameerikaa waliin qabdu akka boora’u fedhii kan hin qabaanne ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.
Dubbii Himaan…