Hoggantoonnii fi hojjettoonni ministeera Galiiwwanii dhiiga arjooman
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaa fi qaamoolee nageenyaa biroo duula olaantummaa seeraa kabachiisuuf naannoo Tigiraayitti argaman deeggaruuf hoggantoonnii fi…