Oduu biyya keessaa Furmaanni rakkoo hundaa nageenya qofa – Abunee Maatiiyaas Sifen Megersa May 26, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) –Bu’urrii fi furmaanni rakkoo hundaa nageenya qofa ta’uu Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Qulqulluu Abunee Maatiiyaas…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti sagantaa Tajaajila Lammuummaan harka qalleeyyii fi qaama miidhamtoota kuma… Sifen Megersa May 26, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Adaamaa sagantaa Tajaajila Lammuummaa Gannaan,harka qalleeyyii fi qaama miidhamtoota kuma 1'f mana ijaaruuf lafa qopheessuu…
Fayyaa Addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid -19 du’anii miiliyoona 3.5 caale Sifen Megersa May 26, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid -19 du’anii miiliyoona 3.5 caaluu ibsameera. Akka addunyaatti hanga ammaatti namoota miiliyoona dhibba 1…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Moorookoo waliin mari’atan Sifen Megersa May 26, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Moorookoo Naasir Boortaa…
Oduu biyya keessaa Proojektiin Bishaan dhugaatii Tulluu Guddoo eebbifame Sifen Megersa May 26, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Proojeektiin Bishaan Dhugaatii Tulluu Guddoo Birrii biiliyoona 1.6 hojjetamaa ture eebbifameera. Itti aantuun Kaantiibaa Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroon Sudaanitti Ambaasaaddara Federeshiinii Raashiyaa waliin… Sifen Megersa May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) - Sudaaniitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroon Sudaanitti Ambaasaaddara Federeshiinii Raashiyaa Ambaasaaddar Bilaadmiir…
Oduu biyya keessaa Torbeen Ityoophiyaa paarkii Michummaatti gaggeeffamaa ture xummurame Sifen Megersa May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) - Sagantaan torbee Ityoophiyaa paarkii Michummaa Finfinneetti gaggeeffamaa ture xummurameera. Feestivaalli guyyoota 7f torbee Ityoophiyaa sababeeffachuun…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen dhimma hidha Haaromsaarratti odeeffannoo sirrii hawaasaa idil addunyaa biraan… Sifen Megersa May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) - Miidiyaaleen waa'ee Hidha Haaromsaarratti odeeffannoo sirrii hawaasaa idil addunyaa biraan ga'uuf qooda irraa eeggamu ba'uu qabu jedhameera. Waajjirri…
Oduu biyya keessaa Ityoo Teeleekoom magaaloota Bahaa Ityoophiyaatti tajaajila 4G eegalchiise Obse Wakgari May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Ityoo Teeleekoom Bahaa Ityoophiyaa magaaloota Dirree Dawaa, Ayiishaa fi Cirootti tajaajila 4G eegalchiiseera. Ityoo Teeleekoom kutaa biyyatti hundatti…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan naannoo Tigraayiif deeggarsa meeshaalee yaalaa taasiifte Sifen Megersa May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) – Chaayinaan naannoo Tigraayiif deeggarsa meeshaalee yaalaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf oolan taasiiftee jirti. Haguugguu fuulaa kuma 36,…