Obbo Reedwaan itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira dhimma alaa Kaataar waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa obbo Reedwaan Huseen itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Kaataar sheehi Mahaammad…