Naannoo Kibbaatti namoonni meeshaalee waraanaa seeraan alaa daddabarsuun shakkaman to’ataman
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa godinaalee garaagaraatti namoonni meeshaalee waraanaa seeraan alaa daddabarsuun shakkaman 7 to’atamu Komishiniin Poolisii naannichaa…