Addunyaan weerara yeroo itti aanuu mudachuu danda’uuf qophaa’uu qabdi – Dooktar Teediroos
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Addunyaan weerara biroo yeroo itti aanuu mudachuu danda’uuf haalan of qophaassuu akka qabdu daayreektarri olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar…