Oduu biyya keessaa Gamoon Yuuniyeenii qonnaan bultoota Amboo eebbifame Obse Wakgari Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC)- Gamoon Yuuniyeenii qonnaan bultoota Amboo baasii Birrii miiliyoona 60 ijaarramee fi yuuniyeenichi warshaan daabboo Birrii miiliyoona 5 bitee har’a…
Idil Addunyaa Yuunaayitiid Isteet Sudaaniin tarree biyyoota shororkeessummaa deeggaran irraa haqxe Wabi Fufa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) - Yuunaayitiid Isteet Sudaaniin tarree biyyoota shororkeessummaa deeggaran irraa haqxe. Embasiin Yuunaayitiid Isteet Kaartuum jiru Sudaan tarree…
Oduu biyya keessaa Federeeshiniin Atileetiksii Ityoophiyaa yaa’ii waliigalaa idilee 24ffaa gaggeessaa jira Wabi Fufa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) - Federeeshiniin Atileetiksii Ityoophiyaa yaa’ii waliigalaa idilee 24ffaa gaggeessaa jira. Yaa’ichi gabaasa raawwii hojii bara baajataa 2012, gabaasa…
Biiznasii Baatii Sadaasa galiin Birriin biiliyoonni 19.2 ol walitti qabame Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Baatii Sadaasa keessa galiin Birrii Biiliyoonni 19.2 ol sassaabuu Ministeerii Galiiwwaanii beeksise. Ministeerich Birrii biiliyoona 9 fi miiliyoona…
Oduu biyya keessaa Korporeeshiniin Paarkiiwwan Industirii Oromiyaa abbootii qabeenyaa waliin mari’ata jira Obse Wakgari Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC)- Korporeeshiniin Paarkiiwwan Industirii Oromiyaa abbootii qabeenyaa waliin mari’ata jira. Hojiileen kana dura hojjetamaan irrattii fi gara…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee daldalaa seera hin kabajne 812 eeyyamni isaanii haqame Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Baatiwwan shanan darbanitti dhaabbileen daldalaa seeraa hin kabajne 812 eeyyamni isaanii yoo haqamu, kumni 40 fi 823 ammoo saamsamuu Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilawarq Iyivoorii Koosti galan Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Iyivoorii Koosti galaniiru. Preezdaanti Saahilawarqi wayita Abiijaan ga’an Muummee Ministiraa biyyattii…
Oduu biyya keessaa Duulli olaantummaa seeraa kabachiisuu milkiin xumurame – Ambaasaaddar Dooktar Tizzitaa Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) - Mootummaan duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti gaggeessaa ture milkiin xumuru Hinditti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dooktar Tizzitaa…
Idil Addunyaa Muummeen ministiraa Eswaatinii Covid-19 du’an Wabi Fufa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Muummeen ministiraa Eswaatinii Covid-19 du'aan boqotaniiru. Mootummaan Eswaatinii akka jedhetti Muummeen Ministiraa Ambrose Dlaamini erga vaayrasii…
Oduu biyya keessaa Madda Anniisaa elektirikaa Takkazee irra miidhaa tokkoyyuu akka hin geenye ibsame Wabi Fufa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Madda Anniisaa elektirikaa Takkazee irra miidhaa tokkoyyuu akka hin geenye ibsame. Madda Anniisaa elektirikaa Takkazee irra miidhaa tokkoyyuu akka…