Aadde Adaanach giddugala nyaata Tasfaa Birhaan lammiilee 1000 ol nyaachisuu ifaatti eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC)-Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Booleetti kan ijaarramee giddugala nyaata 2ffaa Tasfaa Birhaan ifaatti hojii…