Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame Sifen Megersa May 8, 2021 0 Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti qindoomina qaamolee nageenyaa fi hawaasaatiin meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atameera. Boombii 1, kilaashiin 1,…
Oduu biyya keessaa Biyyi kan Misoomtu harka mirgaan hojjechuun harka bitaan eeguun yoo hojjetame qofa – Dooktar Abiy Sifen Megersa May 8, 2021 0 Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Biyyi kan Misoomtu harka Mirgaan hojjechuun harka bitaan eeguun yoo hojjetame qofa jedhan Muummeen Ministiraa Dooktar. Abiy Ahimad. Yeroo…
Oduu biyya keessaa Yunvarsiitiin Waachaamoo barattoota kuma 1 fi 398 eebbisiise Sifen Megersa May 8, 2021 0 Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Yunvarsiitiin Waachaamoo barattoota ogummaa garaagaraan digirii jalqabaa fi 2ffaan barsiisaa ture kuma 1 fi 398 eebbisiiseera. Barattoota…
Oduu biyya keessaa Paarkiin Indaastirii qindaa’aa qonnaa Bulbulaa eebbifame Sifen Megersa May 8, 2021 0 Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Birriin biiliyoonni 6.5 baasii kan itti ta’e Paarkiin Indaastirii qindaa’aa qonnaa Bulbulaa eebbifameera. Paarkiin Indaastirii qindaa’aa qonnaa…
Fayyaa Ministeerri Fayyaa fi Faawundeeshiniin Dibooraa guddina sammuu daa’immanirratti waliin hojjechuuf… Sifen Megersa May 8, 2021 0 Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Ministeerri Fayyaa fi Faawundeeshiniin Dibooraa dhimma dhibee saalessa saammuu daa’immani irratti waliin hojjechuuf waligaltee mallatteessaniiru.…
Fayyaa Du’atii daa’imman reefu dhalatanii hir’isuuf hojjetamuu qaba jedhame Sifen Megersa May 8, 2021 0 Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa hojiin du’atii daa’imman reefu dhalatanii hir’isuuf hojjetamu xiyyeeffaannoo olaanaa argachuu akka qabu…
Oduu biyya keessaa Proojektiin daandii saffisaa Mojoo – Maqii – Baatuu eebbifame Sifen Megersa May 8, 2021 0 Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Proojektii daandii saffisaa Mojoo – Maqii – Baatuu eebbisiisaniiru. Sirna eebbichaarratti…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 778 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 778 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 18 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Sosochii ABO shanee qolachuuf Poolisiin federaalaa milishoota naannoo waliin hojjechaa jiraachuu… Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) - Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti sosochii ABO shanee qolachuuf Poolisiin federaalaa milishoota naannoo waliin qindoominaan hojjechaa jiraachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Roobni arfaasaa iddo tokko tokkotti lolaa umuu waan danda’uuf ofeeggannoo barbaada jedhame Obse Wakgari May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)- Roobni arfaasaa iddo tokko tokkotti lolaa umuu waan danda'uuf ofeeggannoo akka barbaachisu Koomishiniin hoggansa sodaa balaa hubachiise.…