Ityoophiyaatti meeshaan yaalaa carallaa /radio therapy/ eebbifamuun tajaajila laachuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Ityoophiyaatti meeshaan yaalaa carallaa /radio therapy/ eebbifamuun tajaajila laachuu eegale.
Hospitaalli Ispeeshaalizdii Xiqur Anbassaa kanaan…