Oduu biyya keessaa Buufanni Qulqulleessa dhangala’oo Aqaaqii Caffee 2 eebbifame Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Buufanni,laabraatoorii fi gamoon bulchiinsaa Qulqulleessa dhangala’oo Aqaaqii Caffee 2 eebbifameera. Buufanni qulqulleessa dhangala’oo…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Soomaaliyaa yeroo aangoo dheereeffatanii turan haqan Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Soomaaliyaa Mohaammad Abdullaahii Foormaajoon yeroo aangoo dheereeffatanii turan haquun filannoon akka gaggeeffamu waamicha dhiyeessan.…
Idil Addunyaa Ameerikaan lammiileen talaallii guutuu fudhatan haguuggii fuulaa malee akka socho’an eeyyamte Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Ameerikaan lammiileen talaallii guutuu fudhatan haguuggii Afaanii fi funyaanii malee akka socho’an eeyyamteerti. Lammiileen talaallii guutuu…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii Sosochii boqonnaa qophii Qonna Gannaa bara oomisha 2013/14 Galma Abbaa Gadaatti… Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Waltajjiin marii sosochii boqonnaa qophii Qonna Gannaa bara oomisha 2013/14 Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Maarseel Akpoovoon waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti itti waamamaa…
Idil Addunyaa Hinditti sa’aatii 24 keessatti vaayrasii koroonaan lubbuun namoota kuma 3 fi 293 darbe Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Hinditti sa’aatii 24 darbe keessatti namoota kuma dhibba 3 fi kuma 60 ol vaayrasii koroonaan qabaman keessaa lubbuun namoota kuma 3 fi 293 darbuu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 924 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa Apr 27, 2021 0 Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 924 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 35 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Shugguxiiwwan qaama konkolaataa keessatti dhokfamuun imalaa ture 100 to’atame Sifen Megersa Apr 27, 2021 0 Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Godina Giddugala Goondar aanaa Taachi Armaacihootti Shugguxiiwwan qaama konkolaataa keessatti dhokfamuun imalaa ture100 to'atamuu Poolisiin beeksiise.…
Ispoortii Faasiil Kanamaan Waancaa fudhachuuf dhiyaateera Obse Wakgari Apr 27, 2021 0 Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)- Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Faasiil Kanamaan Waancaa fudhachuuf dhiyaateera. Tapha har’a gaggeeffameen magaalaa Adaamaa qabxii 2 fi…
Oduu biyya keessaa Qindeessummaa Misiyoonoota Barliinii fi Firaankifartiin proojektoota biyyaalessaaf Birrii… Sifen Megersa Apr 27, 2021 0 Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Qindeessummaa Misiyoonoota Barliinii fi Firaankifartiin proojektoota biyyaalessaaf deeggarsi Birrii miiliyoonni 41 walitti qabamuu ibsame.…