Idil Addunyaa Giddugalli tumsa Afrikaa – Chaayinaa Beejingitti baname Sifen Megersa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Giddugalli tumsa eeggumsa naannoo Afrikaa - Chaayinaa Beejingitti banamuu ibsame. Giddugalli tumsa fi hojirra oolmaa misooma…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigiraayitti bakkeewwan Raayyaa ittisaa Biyyaatiin to’atamanitti deeggarsi namoomaa… Wabi Fufa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Naannoo Tigiraayitti bakkeewwan Raayyaa ittisaa Biyyaatiin to’atamanitti deeggarsi namoomaa dhiyaachaa jiraachuu Waajjirii Muummee Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Preezdaanti Faransaay Imaanu’eel Maakiroon waliin mari’atan Wabi Fufa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) –Obbo Dammaqaa Mokonnin Preezdaanti Faransaay Imaanu’eel Maakiroon waliin mari’atan. Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa baatii Waxabajjii anniisaa maddisiisuu marsaa jalqabaa ni eegala – Dooktar Injiinar… Wabi Fufa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Hidhi Haaromsaa Guudichi ityoophiyaa baatii Waxabajjii anniisaa maddisiisuu marsaa jalqabaa akka eegalu Ministirri Bishaan, Jallisii fi Inaarjii Dooktar…
Oduu biyya keessaa Ijaarsaawwan dubartootaa magaalichaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birri miiliyoona dhibba 1 fi… Sifen Megersa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Ijaarsaawwan dubartootaa magaalaa Finfinneetti Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 90 fi kuma dhibba 8…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adoolaatti maallaqni sobaa Birrii kuma 72 fi 400 to’atamuu poolisiin beeksise Wabi Fufa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) –Naannoo Oromiyaa Godina Gujii magaalaa Adoolaatti maallaqni sobaa Birrii kuma 72 fi 400 to’atamuu poolisiin beeksiseera. Maallaqni sobaa kun kan…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin nageenyaa biyyaalessaa dargaggootaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Haala yerooratti kan xiyyeeffate waltajjiin nageenyaa biyyaalessaa dargaggootaa gaggeeffamaa jira. Waltajjichi mata duree ‘dargaggummaa koo…
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 60 ol caale Obse Wakgari Nov 26, 2020 0 Finfinne, Sadaasa 17, 2013 (FBC)- Addunyaarratti lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 60 ol caalera. Kanneen keessaayis miiliyoonni 38 fi kumni dhibbi 7 ol ammoo…
Oduu biyya keessaa Argannoo Oodiitiirratti tarkaanfiin sirreeffamaa akka fudhatamu koreen dhaabbii yaadachiise Sifen Megersa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Argannoo Oodiitiirratti tarkaanfiin sirreeffamaa akka fudhatamu koreen dhaabbii bulchiinsa baasii mootummaa fi too’annoo yaadachiise.…
Oduu biyya keessaa Mariin mata duree ‘biyyaakoo haleellaarra eeguuf raayyaa ittisa biyyaa cina nan dhaabbadhaa’ jedhu… Obse Wakgari Nov 26, 2020 0 Finfinne, Sadaasa 17, 2013 (FBC)- Mariin mata duree ‘biyyaakoo haleellaarra eeguuf raayyaa ittisa biyyaa cina nan dhaabbadha’ jedhu gaggeeffama jira. Marichi waajjira Dhimmota Dubartootaa…