Jilli Dooktar Darajjee Dhugumaan durfamu giddugala yaala godinalee Walloo kibbaa fi kaabaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Jilli Ministir Deettaa Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaan durfamuu fi gareen hoggantoota dhaabbilee garaagaraa haammate giddugala yaala fayyaa…