Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbetiin namoonni 55 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti sa’aa 24 darbanitti qorannoo laabraatoorii namoota 1,212f hojjetameen namoota 55 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu ibsame.…