Hoteeloota ulaagaalee of eeggannoo ittisa dhibee koroonaa guutaniif beekkamtiin laatame
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti Hoteeloota ulaagaalee of eeggannoo ittisa dhibee koroonaa guutaniif beekkamtii fi waraqaan ragaa laatamuu Ministeerri Aadaa fi…