Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Demokraatik Rippabiliik Koongoo Finfinnee gala Obse Wakgari Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Demokraatik Rippabiliik Koongoo Feeliks Shiiseekaand har’a Finfinnee galaniiru. Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee dabalatee…
Oduu biyya keessaa Qorannoon mata duree ‘Ijaarsa Biyyaa fi Adeemsa Mootummaa Dimokraatessuu Ityoophiyaatti Ga’ee… Obse Wakgari Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Qorannoon mata duree 'Ijaarsa Biyyaa fi Adeemsa Mootummaa Dimokraatessuu Ityoophiyaatti Ga’ee Oromoo' jedhuun qophaa’e Finfinnee Hoteela Iskaay…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsitiiwwan garagaraa barattoota eebbisiisan Obse Wakgari Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Yuunvarsitiiwwan Baahir Daar, Waaldiyaa, Dabaarq, Walayittaa fi Miizaan Teeppii barattoota sangatawwan garagaraatin leenjisaa turan eebbisisaniiru.…
Teeknooloojii Teeknooloojiin ragaa barnoota sirrii mirkaneessuu hojiirra ooluufi Obse Wakgari Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)-Teeknooloojiin ragaa barattoota dhaabbilee barnootaa mootummaa fi dhuunfatti eebbifamaniif sirriin ta’uusa mirkaneessuu hojiirra ooluufi.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 34ffaan har’a ni eegala Obse Wakgari Feb 6, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Yaa’iin Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 34ffaan har’a ni eegala. Yaa’iichi mata duree ‘aartiin, aadaa fi bocaan Afrikaa barbannuu ni ijaarra’ jedhuun ni…
Oduu biyya keessaa Naannoleen humna galii isaanii adda baasuun sirna taaksii walitti qabuu isaanii guddisuu qabu… Sifen Megersa Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC) - Naannoleen humna galii isaanii adda baasuun sirna taaksii walitti qabuu isaanii guddisuu fi cimsuu akka qaban Af yaa'iin Mana Maree Federeshinii Adam…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 726 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 726 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 10 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Tajaajila Loojastiiksii konkolaattoota Doolaara miiliyoona 11n… Sifen Megersa Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC) - Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Tajaajila Loojastiiksii konkolaattoota fe'umsaa gurguddoo Doolaara miiliyoona 11n bituun 150 Jiibuutii ga'an fudhachuu…
Idil Addunyaa Joo Baayiden hariiroo Ameerikaan biyyoota Afrikaa waliin qabdu deebisanii ijaaruuf waadaa galan Sifen Megersa Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayiden dubbii jalqabaa imaammata alaa irratti erga aangootti dhufanii taasisaniin hariiroo biyyi isaanii Gamtaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen dhuunfaa buusii sooramaa hin buufne eeyyamni isaanii akka hin haaromsamne hojmaanni… Sifen Megersa Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC) - Dhaabbileen dhuunfaa buusii sooramaa hin buufne eeyyamni isaanii akka hin haaromsamne hojmaanni dhorku diriirfamuu Ejansiin Waldaalee Hawaasummaa…