Waltajjiin dargaggootaa haala waqtaawaa biyyarratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti ta’amaa jira
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfineetti waltajjiin haala waqtaawaa biyyarratti xiyyeeffate dargaggoota kutaa magaalaa adda addarraa walitti babba’aan hirmaachisee…