Sakattoo guyyoota darban gaggeeffameen meeshaaleen waraanaa hedduun too’ataman
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Sakattoo guyyoota darban gaggeeffameen shugguxoota kuma 1 dabalatee Boombiiin, Fanjiin, Manatsirri dirree waraanaa fi meeshaaleen waraanaa garaagaraa…