Oduu biyya keessaa Xomborri tokkummaa Sabdaneessaa Dirree Dawaa gale Obse Wakgari Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC0- Xomborri tokkummaa Sabdaneessaa ayyaana sabaa fi sablammoota ummattoota Ityoophiyaa magaalaa Dirree Dawaa galeera. Naannoo Hararii kan ture xomborri kun…
Oduu biyya keessaa Torbeen Indastiraylaayzeeshinii Afrikaa kabajamaa jira Wabi Fufa Nov 16, 2020 0 Finfinnee Sadaasa 7, 2013 (FBC) - Torbeen Indastiraylaayzeeshinii Afrikaa kabajamaa jira. Torbeen Indastiraylaayzeeshinii Afrikaa mata duree “Indastiraylaayzeeshinii hunda galeessaa fi…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti lammilee kuma 6 ol daandiirra jiraatan deebisaanii dhaabuuf hojjatamaa jira Obse Wakgari Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC)- Biiroon Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee lammiilee daandiirra jiraatan kuma 6 ol deebisanii dhaabuuf hojjachaa jiraachuu ibse.…
Idil Addunyaa Ameerikaan shira xaxamaa jiru qolachuuf hojii baayy’eetu irraa eeggama – Baaraak Oobaamaa Sifen Megersa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Shira Ameerikaa qoqqooduuf xaxamaa jiru qolachuuf hojiin hedduun hojjetamuu akka qabu Preezdaantiin duraanii Ameerikaa Baaraak Huseen…
Oduu biyya keessaa Naannoo hospiitaala Zaawdituutti balaan ibiddaa qaqqabe Obse Wakgari Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinnee naannoo hospitaala Zaawdituutti balaan ibiddaa qaqqabeera. Balichi daandii Shaaraatani gara ambaasaaddar geessutti addabaabaayii…
Oduu biyya keessaa Nagaa kabachiiftoonni Abiyyeetti bobba’an haala yeroo irratti mari’atan Wabi Fufa Nov 16, 2020 0 Finfinnee Sadaasa 7, 2013 (FBC) - Nagaa kabachiiftoonni Abiyyeetti bobba’an haala yeroo irratti mari’atan. Hoggantoonni fi miseensoonni naagaa kabachiiftootaai Motaraaydii 23ffaa Sudaan…
Waajabila Faanaa Makoodii dorgommii Beeljiyem dolaara miiliyoona lamatti siquun gurguramte Wabi Fufa Nov 16, 2020 0 Finfinnee Sadaasa 7, 2013 (FBC) -Makoodii dorgommii Beeljiyem dolaara miiliyoona lamatti siquun gurguramte. Makoodii yookaan Gugeen wal dorgommi Beljiyeeem, rikoordii haaraan doolaara…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin yaala fayyaa 48 tarkaanfii naannoo Tigraayitti olaantummaa seeraa kabachiisuuf fudhatamaa… Sifen Megersa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) - Ogeeyyiin yaala fayyaa 48 dhaabbilee fayyaa magaalaa Finfinnee keessa walitti babba’an tarkaanfii naannoo Tigraayitti olaantummaa seeraa kabachiisuuf…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoon aanga’oonni Ityoophiyaa Ugaandaatti ABUT waliin mari’achuuf jechuun tatamsa’aa jiru… Sifen Megersa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) - Odeeffannoon aanga’oonni Ityoophiyaa Ugaandaatti ABUT waliin jaarsuummaa ta’uuf jechuun miidiyaalee garaagaraan tatamsa’aa jiru soba ta’uu koreen…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti baniinsi manneen barnootaa yeroo hin murtoofnef dheereffame Wabi Fufa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2013 (FBC) - Oromiyaatti baniinsi manneen barnootaa yeroo hin murtoofnef dheereffame. Biiroon Barnootaa Oromiyaa "COVID-19" booda manneen barnootaa Sadaasa 7, 2013…