Odeeffannoon aanga’oonni Ityoophiyaa Ugaandaatti ABUT waliin mari’achuuf jechuun tatamsa’aa jiru…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) - Odeeffannoon aanga’oonni Ityoophiyaa Ugaandaatti ABUT waliin jaarsuummaa ta’uuf jechuun miidiyaalee garaagaraan tatamsa’aa jiru soba ta’uu koreen…