Oduu biyya keessaa Jilli obbo Dammaqaan durfamu Keeniyaa Naayiroobii gale Sifen Megersa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Jilli itti aanaa Mummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaan Makkonniin durfamu Keeniyaa Naayiroobii galeera.…
Oduu biyya keessaa birmadummaa biyyaa fi kabaja ummataaf wareegamni nuti hin kaffallee kan hinjirree ta’uu irra deebiin… Sifen Megersa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Waamicha ogeeyyii aartii yoo fudhannu birmadummaa biyyaa fi kabaja ummataaf wareegamni nuti hin kaffallee kan hinjirree ta’uu irra deebiin mirkaneessuni…
Oduu biyya keessaa Sakattoo guyyoota darban gaggeeffameen meeshaaleen waraanaa hedduun too’ataman Sifen Megersa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Sakattoo guyyoota darban gaggeeffameen shugguxoota kuma 1 dabalatee Boombiiin, Fanjiin, Manatsirri dirree waraanaa fi meeshaaleen waraanaa garaagaraa…
Fayyaa Talaalliin % 95 vaayrasii koroonaa fayyisuu danda’u ifoome Sifen Megersa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) –Talaalliin Kaampaanii Moodeernaa jedhamuun qoratamaa jiru % 94.5 dhibee koroonaa fayyisuu danda’a jedhame. Talaalliin Moodernaan ifoomse kun…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee miidiyaa idil addunyaa Ityoophiyaatti argamaniif dhimmoota waqtaawaa irratti ibsi… Wabi Fufa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC)- Dhaabbilee miidiyaa idil addunyaa Ityoophiyaatti argamaniif dhimmoota waqtaawaa irratti ibsi laatamaa jira. Ibsicha laachaa kan jiran Dubbii…
Oduu biyya keessaa Injinaar Habtaamuun daayreektara Baankii Addunyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC)-Daayreekatarri olaanaa Abbaa Taayitaa Daandiiwwan Ityoophiyaa Injiinar Habtaamuu Taganyii daayreektara Baankii Addunyaa Osmaan Diiyoon waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Barattoota kuma 1 fi 760 deeggarsi meeshaalee barnootaa taasiifame Sifen Megersa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Biiroon Dhimma Dubartoota, Daa’immanii fi Dargaggoota Oromiyaa magaalaa Bishaan Gurraachaatti barattoota kuma 1 di 760f deeggarsa meeshaalee barnootaa…
Oduu biyya keessaa Wallagga Lixaatti ABO shanee 36 irratti tarkaanfiin fudhatame Obse Wakgari Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC)- Godina Wallagga Lixaatti ABO shanee 36 irratti tarkaanfiin fudhatamu Mootummaan naannoo Oromiyaa ibseera. Kanneen tarkaanfiin irratti fudhatameen alattii…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Preezdaantii Yuugaandaa Yuuwerii Museeviinii waliin mari’atan Wabi Fufa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC0- Obbo Dammaqaa Mokonnin Preezdaantii Yuugaandaa Yuuwerii Museeviinii waliin mari’atan. Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Maatii fi daa’imman miseensoota raayyaa ittisa biyyaa Izzii Kaabaatti miidhaan irra qaqqabeef… Sifen Megersa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee maatii fi daa’imman miseensoota raayyaa ittisa biyyaa Izzii Kaabaatti miidhaan irra qaqqabeef deeggarsa barnootaa fi…