Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,851 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Eebila 1, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,121 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 33 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Ergamaa Addaa Gamtaa Awurooppaa Piikaa Haviistoo waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ergamaa Addaa Gamtaa Awurooppaa Piikaa Haviistoo waliin…
Manni murtichaa Obbo Jawaar Mahaammadfaarratti ragaan abbaa alangaa dhaddacha banaan akka…
Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Manni murtichaa Obbo Jawaar Mahaammadfaarratti ragaan abbaa alangaa dhaddacha banaan akka dhagahamuuf murtoo laatame dhorke.
Dhorkicha kan kaahe…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee16ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Walqixxee…
Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee16ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Walqixxee Magaalaa Dirree Dawaan injifatameera.…
Raashiyaan xiyyaarri daandii qilleensa Ityoophiyaa meeshaa fe’u naannoo qilleensa saaybeeriyaa akka…
Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Raashiyaan xiyyaaraa daandii qilleensa Ityoophiyaa meeshaa fe’u naannoo qilleensa saaybeeriyaa akka balali’uuf eeyyama laachuu Ityoophiyaatti Imbaasiin…
Akka biyyatti qajeelfamoonni ittisa vaayrasii koroonaa bahaan hojiirra ooluu akka qaban…
Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Akka biyyatti qajeelfamoonni ittisa vaayrasii koroonaa bahaan hojiirra ooluu akka qaban Waajjirri Eegumsa Fayyaa magaalaa Shaashamannee yaadachiseera.…
Mallattoon murtoo filannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ifoome
Finfinnee, Eebila 1, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Mallattoo murtoo Ummattoonni Kibba Lixa Ityoophiyaa filannoo marsaa 6ffaa waloon gaggeessan ifoomse.
Fuula Feesbuukii…
Waldaaleen siivikii filannoo nagaan akka xumuramuuf gahee mataa isaanii bahachuu akka qaban ibsame
Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Waldaaleen siivikii filannoo marsaa 6ffaa nagaan akka xumuramuuf gahee mataa isaanii bahachuu akka qaban ibsameera.
Abbaan Alangaa Waliigalaa…
Manni Murtii waliigalaa Oromiyaa Rifoormii haaraa hojiirra oolchaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Eebila 1, 2013 (FBC) - Manni murtii waliigalaa Oromiyaa kenna tajaajila abbaa seerummaa si'ataa,dhaqabamaa fi amansiisaa taasiisuuf rifoormii haaraa hojiirra oolchaa…