Biirichi daldaltoota zayta nyaatarratti daballii gatii hin barbachifnee taasisaan irratti tarkaanfii…
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Biiroon Daldalaa magaalaa Finfinnee daldaltoota zayta nyaatarrattii daballii gatii hin barbachifnee taasisaan irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise.…