Mootummaan federaalaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf hojjechaa jira – Waajjira Muummee Ministiraa
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC) - Mootummaan federaalaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf karoorfatee hojjechaa jiraachuu Waajjirri Muummee Ministiraa beeksiseea.
…