Ispoortii Cheelsiin Firaank Laampaard gaggeesse Sifen Megersa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Lixa Landan Cheelsiin Leenjisaa isaa Firaank Laampaard gaggeessuu ibsame. Taphataa cimaa kilabicha kan turan Firaank…
Ispoortii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 9ffaa har’a gaggeeffameen Dirree Dawaan yoo injifatu,Hadiyyaa fi… Sifen Megersa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 9ffaa har’a gaggeeffameen Dirree Dawaan yoo injifatu,Hadiyyaa fi Hawaasaan goolii malee…
Oduu biyya keessaa Oro-Somaaleen waliigaltee waliinii waggoota shaniif isaan hojjechiisu mallatteessan Wabi Fufa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Mootummonni naannolee Oromiyaa fi Somaalee Waliigaltee misoomaa fi nageenya waliinii waggoota shaniif turu har'a Finfinneetti walii mallatteessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Hawaasni odeeffannoo miidiyaa hawaasaa gadi lakkifamaan dhugummaa isaa ofeeggannoon adda baafachuu… Wabi Fufa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) –Paartiin Badhaadhinaa hawaasni odeeffannoo miidiyaa hawaasaa gadi lakkifamaan dhugummaa isaa ofeeggannoon adda baafachuu qaba jedhe. Paartichi ibsa…
Biiznasii Caaseeffamni Indaastirii Ijaarsaa ida’ama qaamolee hedduuti – Injiinara Ayishaa Mahaammad Sifen Megersa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa To’annoo Hojiilee Ijaarsaa Ityoophiyaa hojiirra oolmaa fi uwwisa seeraa Indaastirii Ijaarsaarratti qooda fudhattoota waliin magaalaa…
Oduu biyya keessaa Abbaan Gadaa Booranaa Jila Galma Guutuu Dhaabuu Jilachuufii Aanaa Areeroo Ardaa Jilaa Badhaasaarraa… Wabi Fufa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Abbaan Gadaa Booranaa Jila Galma Guutuu Dhaabuu Jilachuufii Aanaa Areeroo Ardaa Jilaa Badhaasaarraa Gara Ardaa Jilaa Guutoootti Godaansaasa jalqaban.…
Oduu biyya keessaa Jooseef Maagfuulii Taanzaaniyaatti Ityoophiyaanoota mana amala sireessaa keessa jiran gadi lakkisuuf… Obse Wakgari Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Taanzaaniyaa Jooseef Maagfuuliin lammiilee Ityoophiyaa mana amala sireessaa biyya isaanii keessa jiran gadi lakkisuuf preezdaantii FDRI…
Oduu biyya keessaa Naannoo oromiyaa fi Somaalee waltajjii waloo misoomaa fi nageenyaa gaggeessuu eegalan Wabi Fufa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Waltajjii waloo misoomaa fi nageenyaa naannoo Oromiyaa fi Somaalee magaalaa Finfinneetti gaggeeffama jira. Waltajjichaan naannoleen lamaan karoora…
Oduu biyya keessaa Fooramiin tumsaa Yuunivarsiitiwwan sagalii fi Mootummaan Naannoo Kibbaa hundeeffame Wabi Fufa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) –Fooramiin tumsaa Yuunivarsiitiwwan sagalii fi Mootummaan Naannoo Kibbaa hundeeffame. Miseensa fooramichaa kan ta’an naannoo Kibbaatti kan argaman…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachaw Aljeeriyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Lii Liiyaanhee waliin… Wabi Fufa Jan 25, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Aljeeriyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiyaat Geetaachaw Aljeeriyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Lii Liiyaanhee waliin marii’ataniiru. Marichi tumsa…