Hidha haaromsaaf bakka bishaan ciisu qopheessuf marsaa lammaffaaf bosona heektara kuma 4 fi 854…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Hidha haaromsaaf bakka bishaan ciisu qopheessuf marsaa lammaffaaf bosona heektara kuma 4 fi 854 ciruun raawwatamuuf akka jiru Ejansiin…