Magaalaa Daseetti kan ijaarame dhaabbanni korojoo Piippii Xiixaa eebbifamuun hojii eegale
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Magaalaa Daseetti baasii Birrii miiliyoona 80n kan ijaarame dhaabbanni korojoo Piippii Xiixaa eebbifamuun hojii eegaleera.
Dhaabbatichi wayita…