Keeniyaatti barataan tokko abbaa, haadha fi miseensota maatii isaa shan ajjeesuu himame
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Barataan Yuunvarsiitii Keeniyaa haadha, abbaa fi miseensota maatii isaa biroo sadii walumatti shan ajjeesuu Poolisiitti hime.
Miidiyaaleen Keeniyaa akka…