Manneen Fincaanii Uummataa 107 Magaalaa Guddittii Keessatti Ijaaraman Tajaajila Jalqaban
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti misooma koridarii hordofuun manneen fincaanii ummataa 107 ijaaraman tajaajila kennuu eegalaniiru.
Biiroo Miidhagina Magaalaa…