Muummee Ministiraa Sudaan kaabiinee haaraa ministiroota 25 hammatu hundeessan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Ministirri Mummee Hamdook murtee isaanii kanas haasaa TV biyyaaleessaa irratti kallattiin tamsa'een mirkaneessan.
Itti dabaluunis, ''Kaayyoon…